Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Oromiyaa keessatti Namoonni Dirqiin Miseensa Raayyaa Ittisaa Akka Dabalaman Taasifamaa Jira, Jedhe

Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Oromiyaa keessatti Namoonni Dirqiin Miseensa Raayyaa Ittisaa Akka Dabalaman Taasifamaa Jira, Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:41 0:00

Oromiyaa keessatti daa'imman dabalatee namoonni seeraan ala miseensa Raayyaa Ittisaa akka ta'aniif dirqiin qabamaa jiru jechuun komishiniin mirga namoomaa kan Itiyoophiyaa Kamiisa kaleessaa sadaasa 26 bara 2017 ibsa baasee jira. Kana malees maatiin ijoollee isaanii qabaman gadhiisisuuf maallaqa akka baasan dirqiisifamu jedhee jira.

Gabaasa Simmanyish Yeqooyyee komiishiina kana keessatti eeggattuu Komishiinaraa kana ta'an Aaddee Raakeeb Massalaa haasoofsisuun kan gabaaste-Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG