Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommmii Maaraatoonii Gu’aanzuu Ka Biyya Chaayinaarratti Atileetonni Itiyoophiyaa  Injifatan  

Dorgommmii Maaraatoonii Gu’aanzuu Ka Biyya Chaayinaarratti Atileetonni Itiyoophiyaa  Injifatan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:22 0:00

Dorgommi Maraatoonii Guanzuu, biyyaa Chaayinaattii dilbata kaleessaa taasisameen atileetoonii Itoophiyaa dhiraaf dubbaraan injjiffanoo goonfatan. Gama biraattiin priimeerligii Ingiizii Torbee 15ffaattin ammas kilabni Maanchister City ottoo hin milkaa’iin haafeeraa. Maanchhister Yuunaaytidis Leenjjisaa Haaraa mindeessus jijjiramni aggarsiisee hin jiru. Eebbissaa Naggassaa Gabaasa tu Istookoolm, Siwiidin irraa gabaase.

Forum

XS
SM
MD
LG