Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyi Hindii Garee Biyyoota Miseensota BRIKS Keessaa Maallaqa Waloo Yaada Jedhu Diddee Jirti

Biyyi Hindii Garee Biyyoota Miseensota BRIKS Keessaa Maallaqa Waloo Yaada Jedhu Diddee Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:11 0:00

Hindiin garee biyyoota sagal garee BRICS keessaa, maallaqa waloo uumuuf deeggaraa hin jirtu garuu daldala maallaqa biyya keessaa guddisuuf yaalaa jirti jedhu xiinxaltoonni Niiw Deelii keessaa. Kan Pirezidaantummaa Yunaayitid Isteetisf filataman Doonaald Tiraamp dhiheenya kana biyyoonni BRICS doolaara maallaqa ka biroon bakka buusuuf carraaqqii akka hin goone akeekkachiisaniiru. Anjana Pasrichaan Niwuu Delhii irraa gabaaste Tujubee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG