Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa fi Bulchiinsa Kutaa Jubaalaand Gidduutti Wal-waraansi Taasisame

Mootummaa Federaalaa Somaaliyaa fi Bulchiinsa Kutaa Jubaalaand Gidduutti Wal-waraansi Taasisame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:14 0:00

Wal-diddaa fi wal-muddinsa siyaasaa Mootummaa federaalaa Somaaliyaa fi bulchiinsa kutaa Jubaalaand gidduutti deemaa jiru irraa kan ka'e, gam-lameen gidduutti wal-waraabsi banamee jira. Wal-waraansa magaalaa Raaskaanbooniii keessatti jalqabame kanaaf, gareen tokko isa kaan balaaleffataa jira. Gabaasaa Haarun Maaruuf, Jaallannee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG