Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif ka filataman Doonaalid Traammp goodaantota ehama jireenyaa hin qabne kanneen biyyattii keessa jiran jumlaadhaan har’achuuf karoorri baafatan, haala itti hojii irra oolfamuu danda’uu fi seera-qabeessummaa isaa irratti gaaffii kaasee jira. Dhimma kana irratti gabaasaa Alii Baaroniin qopheesse Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.
Gareen Mootummaa ka Filatamaa Prezidaantummaa Godaantota Eyyama Jireenyaa Hin Qabne Biyyaa Baasuuf Qophaawaa Jira
- VOA
Forum