Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Filatamaan Prezidaantummaa Doonaald Tiraamp Taayitaa Qab Gabatan Gargaarsi  Yunaayitid Isteetis Biyyoota Alaaf Ramaddu Hagam Taha?


Yeroo Filatamaan Prezidaantummaa Doonaald Tiraamp Taayitaa Qab Gabatan Gargaarsi  Yunaayitid Isteetis Biyyoota Alaaf Ramaddu Hagam Taha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:50 0:00

Ji’a Amajjii dhufutti Tiraampi aangoo fudhachuun yommuu hojii jalqabu gaaffiiwwan ijoo lama gargaarsa Yuunaayitid Isteetisiin biyyoota alaaf ramadamu hangamii fi eessa deemaa kan jedhan dha. Gabaasni Veroonikaa Balderaas Ihiliisiyaas kanatti aanee dhiyyaatu dameelee tokko tokko irraa gargaarsi kutamuun yommuu isaan eeggatu kanneen dursi kennamuufimmoo jiraachuu mala jedha.

Forum

XS
SM
MD
LG