Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Waggootaaf Karaarra Deemuun Kitaaba Gurguraa Turee Ammaa Abbaa Mana Kitaabaa Tahe 

Dargaggoo Waggootaaf Karaarra Deemuun Kitaaba Gurguraa Turee Ammaa Abbaa Mana Kitaabaa Tahe 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00

Keessummaan qophii keenya har’aa argaggeesa waggoota 6 olif kitaabota afaan Oromoo qomatti baatee dandiilee magaaloota Oromiyaa irra deddeemuun gurguraa turee fi amma sadarkaa daldaltummaatti guddate – dargaggoo Dachaasaa Baqqaanaa ti. daldalaa kitabaa afaan oromoon barreeffaman daraan cimsee mana kitabaa fi mana maxxansaa magaalaa Buraayyuutti banaatte hojjecha akka jiru ibsera. Tsahaay Daamxoo tu gabaase.

Forum

XS
SM
MD
LG