Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Dhaloota Yesuus Naannoo Addunyaatti Kabajamee Oole

Ayyaanni Dhaloota Yesuus Naannoo Addunyaatti Kabajamee Oole
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:40 0:00

Ayyaanni Dhaloota Yesuus Naannoo Addunyaatti Kabajamee Oole

Ayyaana dhaloota Yesuus Kiristoots har'a guutuu addunyaatti kabajamee oole ilaalchisuu dhaan luboonni waldaa Kirstaanaa ergaa ayyaanicha ilaallatu dabarsaniiru. Waldaa Fayisaa addunyaa Naannoo Washingiten Diisii jiru irraa luba Saamu'el Birhaanuu fi waldaa Kaansaas Sitii Misuurii jiru waldaa Ebeenezer irraa Immoo Luba Abdiisaa Atoomsaa ture kan Ergaa kana dabarsan.

Forum

XS
SM
MD
LG