Xurree ittiin seenan

Breaking News

Agarsiisi Ayyaana Qillee Holiwuudiin Qophaa’e Kan Baranaa Garee Ijoollee Aartiif Qopheessu Tokko Afeeree Jira


Agarsiisi Ayyaana Qillee Holiwuudiin Qophaa’e Kan Baranaa Garee Ijoollee Aartiif Qopheessu Tokko Afeeree Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:36 0:00

Agarsiisi Ayyaana Qillee Holiwuudiin Qophaa’e Kan Baranaa Garee Ijoollee Aartiif Qopheessu Tokko Afeeree Jira

Waggoota 92f, agarsiisni ayyaana Qillee Hooliwuud namoota beekamoo fi sirba agarsiisan yeroo ayyaanaa kabaju kanatti agarsiisa. Bara kanas, agarsiisii kun garee Divas and Drummers of Compton jedhamu kan ijoolleen magaalaa keessaa aartii agarsiisaa akka baratan carraa kennuuf hojjetu of keessatti hammateera. Gabaasa Geeniyaa Duloot Loos Anjalas irraa ergiite Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG