Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Aksumitti Manneen Barnootaa Afur Keessatti Barattoonni Shamarranii Hijaaba Marachuu Dhoowwaman

Magaalaa Aksumitti Manneen Barnootaa Afur Keessatti Barattoonni Shamarranii Hijaaba Marachuu Dhoowwaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:25 0:00

Bulchiinsa Naannoo Tigiraay magaalaa Aksumitti barattoonni shamarranii kanneen Amantaa Muusiliimaa hordofan Hijaaba marachuu mana barumsaa hin seentaan jedhamuun torbaanoota lamaaf gara mana barumsaa hin seenne jechuun himatu. Gabaasa Muluugeetaa Astibahaa Maqalee irraa erge Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessaa.

Forum

XS
SM
MD
LG