Xurree ittiin seenan

Breaking News

Senegal Keessatti Ashaanguliitii Aadaa fi Safuu Biyya Isaanii Calaqisiisan Warra Omishu

Senegal Keessatti Ashaanguliitii Aadaa fi Safuu Biyya Isaanii Calaqisiisan Warra Omishu
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:41 0:00

Biyya Senegal keessa kanneen jiran oomishtoonni Ashaangulliitii aadaa fi safuu ofii calaqqisan oomishuu jalqabuu isaanii dubbatu. Ashaangullitiin kana dura bifa adii kan qabu qofaa yoo ta’u, amma garuu kan ijoollee isaanii fakkaatu oomishuu dhaan ijoolleen akka keessatti of argan gochuu akka barbaadan ibsan. Gabaasa Ngowuda Diyone Tuujubeetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG