Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezdaantiin Yunaaytid Isteets Duraanii Jiimii Kaarter Du’an


FAAYILII - pirezdaant Jiimii Kaarter gaafii fi deebii Yeroo geggeessan, Bara 2012
FAAYILII - pirezdaant Jiimii Kaarter gaafii fi deebii Yeroo geggeessan, Bara 2012

Pirezidaantiin Yunaaytis Isteets Duraanii, Jiimii Kaarter, umurii isaanii oggaa 100tti du’aan boqotan.

Kaarter Amajjii 20, 1977 pirezidaantii Ameerikaa ta'uun sirna kakuu oggaa godhan, ''mootummaa akka ummata isaa gaarii ta’e hundeessuuf waadaa galanii hojii jalqaban ture.

Oggoota afur an biyyaytii bulchan Kaattar barri angoo isaanii qaala’iinsa jireenyaa dabaluu fi hoji dhabdummaan baballachuudhan yaadatama. Imaammata alaa irratti waliigaltee nagahaa Masrii fi Israa’el fi waliigaltee Sulula Paanaamaan taasifameen injifannoo galmeessaniiru.

Jiimii Kaartaer pirezdaantota Yunaaytid Isteets hunda caalaa yeroo dheeraa jiraatani.

Forum

XS
SM
MD
LG