Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ergami Haaraan Gamtaa Afriikaa Hojii Nagaa Eegsisuu Somaaliyaa Eegaluuf Jira

Ergami Haaraan Gamtaa Afriikaa Hojii Nagaa Eegsisuu Somaaliyaa Eegaluuf Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:23 0:00

Ergami Haaraan Gamtaa Afriikaa Hojii Nagaa Eegsisuu Somaaliyaa Eegaluuf Jira

Egami haaraan Gamtaa Afrikaa hojii nagaa eegsisuu Somaaliyaa eegaluuf sa'aatii muraasa qofa lafa hafetti, qondaalli naannoo Somaaliyaa tokko humnoota gamtaa Afrikaa keessaatti loltoonni akka hin dabalamiin akeekkachiisan. Gabaasa Haaruun Maaruuf Jallanneetu dubbiisa.

Forum

XS
SM
MD
LG