Xurree ittiin seenan

Breaking News

Umurii Waggaa 100tti Du’aan Kan Boqotan Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Duraanii Jiimii Kaarter Addunyaaf Hedduu Gumaachan


Umurii Waggaa 100tti Du’aan Kan Boqotan Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Duraanii Jiimii Kaarter Addunyaaf Hedduu Gumaachan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:42 0:00

Umurii Waggaa 100tti Du’aan Kan Boqotan Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Duraanii Jiimii Kaarter Addunyaaf Hedduu Gumaachan

Prezidaantiin Yunaayitid Isteeits duraanii Jiimii Kaarter umurii isaanii wagga 100tti du’aan boqotan. Gaazexeessaan VOA Keen Farabaah jireenya pirezedaantii duraanii fi hojii pirezidaantummaa boodaa fayyaa addunyaa fi dimokiraasii babal’isuu keessatti qooda isaan qabatan ilaalchisuun seenaa yaadatamuu pirezidaantii Ameerikaa 39ffaa irratti bali’inaan gabaaseera.

Forum

XS
SM
MD
LG