Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kilabiin Bulchiisa Magaalaa Shaggar Dorgommii Fiigicha Qaxxaamura Biyyaa Ka Naannoo Oromiyaa Injifate

Kilabiin Bulchiisa Magaalaa Shaggar Dorgommii Fiigicha Qaxxaamura Biyyaa Ka Naannoo Oromiyaa Injifate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:29 0:00

Kilabiin Bulchiisa Magaalaa Shaggar Dorgommii Fiigicha Qaxxaamura Biyyaa Ka Naannoo Oromiyaa Injifate

Shaampiyoonaan figicha qaxxaamura biyyaa akka naanoo oromiyaattii dilbataa fi sanbata darbe Sulultaatti dorgomame irratti Olaantummaa kilaba Bulchinsa Magalaa Shagariin xumurame.

Gama biraattin Dorgomiin Primeerligii Ingilizii torbee 19ffaattin Maamchister Sittiin gara mo’anaatti deebi’eeraa, kilaba Leecheester gooli 2 fi 0 injjiffachuun Liveerpuul ammas olaantumaa isas agarsiiseera. Dilbata kaleessaas kilaba Weestihaam Yuunitidiin goolii 5 fi 0 injjiffateeraa jechuun Eebbissaa Naggassaa Istookoolm irraa gabaaseera.

Forum

XS
SM
MD
LG