Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaa Konkolaataa Naannoo Sidaamaa Keessatti Dhaqqabe

Balaa Konkolaataa Naannoo Sidaamaa Keessatti Dhaqqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

Balaa Konkolaataa Naannoo Sidaamaa Keessatti Dhaqqabe

Bulchiinsaa naannoo Sidaamaa, Godina baha Sidaamaa, Aanaa Boonaa Keessatti Dilbata dheengadaa balaa konkola’ataa qaqqabeen namoottan 71 du’un isaanii gabaasamee jira. Jiraattonni bakka balaan sun itti uummame turan bakka sanatti balaan konkola’ataa Kanaan duras muudachaa akka ture ibsanii ,rakkini Ijaarsa daandii irraa kan ka’e akka ta’e sagalee Amerikaati himanii jiru jechuu dhaan odu gabaasaan sagalee Ameerikaa Yoonaataan Zebidiyoos Hawaasaa irraa gabaaseera. Befeqaaduu Morodaatu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG