Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli Sadarkaa Ol’aanaa Ministrii Dantaa Alaa Itiyoopiyaan Hoogganamu Somaaliyaa Daawwate

Jilli Sadarkaa Ol’aanaa Ministrii Dantaa Alaa Itiyoopiyaan Hoogganamu Somaaliyaa Daawwate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:00 0:00

Jilli Sadarkaa Ol’aanaa Ministrii Dantaa Alaa Itiyoopiyaan Hoogganamu Somaaliyaa Daawwate

Jilli sadarkaa ol’aanaa ministaritti dantaa alaa Itiyoophiyaan hoogganamu gara Somaaliyaatti imaluun gabaasamee jira. Jilli kun Deetaa Ministaraa Dhimma alaa Itiyoophiyaa Misgaanuu Aaagaa, akkasumas qondaalota ministrii ittisaa fi dame itka-nagaa kan of keessaa qabu tahuu tu himame. Xiinxaltuu dhimma nageenyaa Gaanfa Afrikaa dhimma kana irratti dubbisuun gabaasaa Haaruun Maaruuf qopheesse Tujubee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG