Xurree ittiin seenan

Breaking News

Konkolaataa Namootatti Oofuun Balaa Dhaqqabsiisuun Baroota As Dhihoo Keessa Addunyaarratti Babal’ataa Jira

Konkolaataa Namootatti Oofuun Balaa Dhaqqabsiisuun Baroota As Dhihoo Keessa Addunyaarratti Babal’ataa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

Konkolaataa Namootatti Oofuun Balaa Dhaqqabsiisuun Baroota As Dhihoo Keessa Addunyaarratti Babal’ataa Jira

Jalqaba waggaa ka 2025 ka bara kanaa irratti as Yunaayitid Isteetis magaala Niwu Orliyeens keessatti nammi tokko konkola’ataa ofaa jiru namoottan nagaa jala bulti ayyaanaaf walitti-qabamanii jiran irratti ofuudhaan miidhaa geesisee jira. Namootatti konkolaataa oofanii balaa dhaqqabsiisuun kun yeroo dhihoodhaa as magaalaalee adduunyaa adda addaa keessatti mu’achuun babal’atee jira. Dhimmaa kan irratti gabaasaa madda oduu Rooyiyersiin qophaa’e Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG