Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hayyuun Dinagdee fi Namni Siyaasaa  Bulchaa Dammaqsaa Du'aan Boqotan 

Hayyuun Dinagdee fi Namni Siyaasaa  Bulchaa Dammaqsaa Du'aan Boqotan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:47 0:00

Nama siyaasaa fi hayyuu dinagdee kan ta’an obbo Bulchaa Dammaqsaa har’a mudde 28 bara 2017 Addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Obbo Bulchaan umurii waggaa 94ttii Addunyaa kanarraa akka boqotantu ibsame. Bara 1995 irraa eegalee Partii Sochii Diimokraatawaa Federaalistiin Oromoo kan Hunde'e Sabaafi damee daldalaatin hundeessaa Baankii Awaash akka turan namoonni waliin hojjecha turan Sagalee Ameerikaaf himaniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG