Kan prezidaantummaaf filataman Doonaald Tiraamp baasii mootummaa gad xiqqeessuu barbaadu. Komiishiniin gorsaa kan kutaa gahumsa mootummaa jedhamu tattaaffii kana hooggana. Kun yaada haaraa miti. Hoogganoonni Ameerikaa erguma jalqabaa qabee qooa mootummaan federaalaa qabu gad xiqqeessuuf yaalaa turan. Gabaasi Dooraa Mekowaar Tujubee tu dhiheessa.
Filatamaan Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Qooda Mootummaan Qabu Gad Xiqqeessuf Fedhii Qaban
- VOA
Forum