Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amajjii 6 Kaleessaa Traamp Filannoo Prezidaantumaa Injifachuun Yeroo Raggaasisametti Kanneen Hookkara Waggaa 4 Duraa Yaadatanis Jiran


Amajjii 6 Kaleessaa Traamp Filannoo Prezidaantumaa Injifachuun Yeroo Raggaasisametti Kanneen Hookkara Waggaa 4 Duraa Yaadatanis Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:31 0:00

Manni maree bakka bu’ootaa mootummaa Yunaayitid Isteetis Wixata kaleesaa walgahii taasiseen Doonaald Traamp Prezidaantii biyyattii itti anuu ta’anii filatamuu isaanii seeraan raggasisee jira. Karaa biraatiin Wagga Afriin duraa Amajii 6 ba’ii filannoo bara 2020 isaa Joo Baayiden mo’an mormuudhaan teesoo mana maree bakka bu’ootaa, kan ‘Kaappitool Hiil’ jedhamu irratti haleellaan raawatanii akka turan yaadatamee jira. Dhimma kana irratti gabaasa Kaatiriin Gibseniin qophaa’e Mitikuu Fiqaaduutu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG