Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaa fi Yunaayitid Isteetis Odoola Siisheels Waliin Tokko Kaan Caalaa Hariiroo  Cimaa Qabaachuuf Wal Dorgomaa Jiru

Chaayinaa fi Yunaayitid Isteetis Odoola Siisheels Waliin Tokko Kaan Caalaa Hariiroo  Cimaa Qabaachuuf Wal Dorgomaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00

Biyyi Afrikaa gama Bahaa andaara galaanaa irratti argamtu odolli Siisheels bakka biyoottan aango qabeeyyiin Adduunyaa irratti wal dorgomaa turan yoo tahu ammas xiyeeffannaa biyoottan kanaa taatee jirti. Chaayinaan biyyattii keessaatti miilaa dipiloomasii gadi fageenyaan dhaabatee ka jirtu yoo tahu, Yunaayitid Isteetis immoo waggoottan dheeraa boodaa deebi’uuf murteessuun ishee Odolatiin hangam odoola tarsiimoo, Galaana Hindiirrratti argamtu akka taate agarsiisa. Dhimma kan irratti gabaasaa Kate Baartileet qopheessitee Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG