Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qonnaan-bultoonni Afrikaa Kibbaa Oomisha Qannaa Isaanii Daran Wayyeessuuf Tekinooloojii DIjitaalaatti Fayyadamaa Jiran

Qonnaan-bultoonni Afrikaa Kibbaa Oomisha Qannaa Isaanii Daran Wayyeessuuf Tekinooloojii DIjitaalaatti Fayyadamaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:13 0:00

Qonnaan bultoonni qonnaa boqqolloo xixiqqaa qaban kanneen kutaalee Afrikaa Kibbaa jaha keessatti argaman, teeknooloojii dijitaalaa silaa kan qonnaan bultootnni daldaltoota oomisha gaarii argachuuf itti fayyadamaniif argamu danda’u, ambiyya isaama ka biya isaanii keessatti kalaqameen gargaaramaa jiru. Mariizee Dee Kleerk maasii qonnaa boqqolloo Afriikaa kibbaa ka naannoo Magaliisberg jedhamu irraa gabaasa erge Tujubee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG