Xurree ittiin seenan

Breaking News

Doonaald Tiraamp Suluulaa Paanaamaa fi Griinlaand To’annoo Yunaayitid Isteetis Jala Oolchuu Yaada Jedhu Akka Hin Dhiisiin Dubbatan

Doonaald Tiraamp Suluulaa Paanaamaa fi Griinlaand To’annoo Yunaayitid Isteetis Jala Oolchuu Yaada Jedhu Akka Hin Dhiisiin Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:48 0:00

Kan prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman Doonalld Traamp kutaa Filoolridaa ibsa bal’aa maddeen oduuf Kibxata kaleessaa kennan irratti Sulula Paanaamaa fi Griinlaand humna waraanaan yokaan dinagdeen too’annoo Yunaayitid Isteeits jala galchuu yaada jedhu akka hin dhiisiin dubbatanii jiru .Ibsii Donald Traamp kun kan kenname erga Ilmii isaanii gara biyyaa Giriinlaanditti imalanii booda tahuu ibsa gabasaan Paatsii Wiidaakuswaaraa Haawusitii irraa Sagalee Ameerikaaf ergie. Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG