Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummicha Ministaraa Briteenii fi Biliyeenara Ameerikaa Ilaan Maask Gidduutti Wal Qeequun Hammaataa Jira

Muummicha Ministaraa Briteenii fi Biliyeenara Ameerikaa Ilaan Maask Gidduutti Wal Qeequun Hammaataa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:12 0:00

Ministarri Muummee Biriteen Kiiyer Istaamer biiliyeenara Ameerikaa beekamaa hoogganaa Teeslaa Ilaan Maask’rraa “aangoo gad dhiisuu qaba” qeeqni jedhu eega irratti dhihaatee booda, “warra sobaa fi odeeffannoo sobaababal’isan,” jechuun qeeqanii jiran. Michuun filatamaa prezidaantummaa Doonaaldi Tiraamp Ilaan Maask, Ministarichi muummee Biriiteen kanaan dura quunnamtii saalaa daa’imanirratti raawwatameef hin himanne jechuunidha kan qeeqa irratti dhiyyeesse. Yeroo dhihootii as Ilaan Maask Siyaasa Awurooppaa inni gidduu seenaa jiru ilaalchisee gabaasaa Heneerii Riijweel qopheesse Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG