Reeffi Pirezidaantii Yunaayitid Isteetis duraanii ka Jiimii Kaartar Roobii darbe Waashiingitan keessaa kan jiru mana mootummaa, ka mana maree bakka bu’oota uummataa keessa ka’ame. Awwaalli sadarkaa mootummaa Kamisa har’a kabajaan guutamee gaggeeffamu, namoota kaartariin booda prezidaantii ta’an kanneen lubbuun jiran hunda walitti fidee, bantii mana tokko jalatti, gadda isaanii ibsu. Anita Powell Waashingitan irraa akkasumas Maykhailo Komadovsky mana maree Yunaayitid irraa kan gabaasan Jaallanneetu dhiyeessa.
Reeffi Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Duraanii Jiimii Kaarter Kamisa Har'aa Bakka Hooggsnoonni Biyyattii Argamanitti Sirnaan Geggeessame
- VOA
Forum