Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen 450  Tahan Hojjetoonni Warshaa Sukkaaraa Finca’aa  Baatii Tokko Dura Hidhamanii, Ammallee Mana Murtiitti Hin Dhihaanne, Jedhame


Kanneen 450  Tahan Hojjetoonni Warshaa Sukkaaraa Finca’aa  Baatii Tokko Dura Hidhamanii, Ammallee Mana Murtiitti Hin Dhihaanne, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:01 0:00

Naannoo Oromiyaa godina Horroo Guduruu Wallaaggaa Aanaa Sulula Finchaa’atti hojjettoonni dhaabbii fi kan yeroo Warshaa Sukkaara Finchaa’aa 450 ol hidhaman jechuun maatii fi hojjettoonni warshichaa Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Bulchaan aanaa sulula Finchaa’aa obbo Faantahuun Taayyee Sagalee Ameerikaatti akka himanitti Hojjettoonni kunneen lafa dangaa warshichaa keessatti hojii qonna seeraan alaa irratti bobba'aniiru jedhaman to'annoo jala oolan jedhan .

Sagaleen Ameerikaa dhimma hidhamuu hojjattoota kanaa ilaalchisuun hooggansa warshaa sukkaara finchaa’aa fi Korporeeshinii sukkaaraa Itoophiyaa irraa ibsa argachulusuf deddeebisee yaalus, deebii argachuu hin dandeenye.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG