Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gujii fi Booranatti Maaltu Samiirra Balali’aa Ture?

Gujii fi Boranatti Maaltu Samiirra Balali’aa Ture?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:45 0:00

Kamisa kaleessaa gara galgalaa Gujii, Booranaa fi naannoo sanitti wanni ifaa qabu waan isaa hin beekamne samiirraa yeroo balali'u mullachuun gabaafameera. Wanni mullate sun maali? Balaa qabaa? As Yunaaytid Isteets kutaa Teeksaas, Joonson Ispees Seenter irraa Hayyuu Saayinsii Hawaa, Xilaayee Taaddesee (PhD), dubbisne. Dr. Xilaayeen “kun taatee durii qabe bakka adda addaatti mullachaa ture, waan nama sodaachisu in qabu,” jedhan. Marii guutuu daawwadhaa.

Forum

XS
SM
MD
LG