Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sababaa Boobbeen Qilleensaa Hammaateef Ibidda Kaalifoorniyaa Keessatti Humna Balaa Guddaa Dhaqqabsiisaa Jiru Dhaabuun Hin Danda’amne


Sababaa Boobbeen Qilleensaa Hammaateef Ibidda Kaalifoorniyaa Keessatti Humna Balaa Guddaa Dhaqqabsiisaa Jiru Dhaabuun Hin Danda’amne
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:20 0:00

Ibiddii Bosonaa kutaa Kaalifoorniyaa maglaa Loos Anjeles keessatti ka’ae humna isaa cimsachaa demaa ennaa jirutti, haalii qileensaa akka abidichi safisaan babal’atu gargareera. Humni balaa abiddaa too’atu dabalamus, Qileensii hamaan ammayuu dabalaa deemaa jirachuun isaa rakkinichaa akka laayyootti guutummaan too’annoo jala olchuun hin danda’amne. Dhima kana irratti gabaasa Veeronikaa Baaldaraas Igleesiyaas Bafiqaaduutu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG