Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sababaa Balaa Ibiddaa Los Aanjeles Mudateen Namoota Qehee Ofiirraa Buqqa’aniif Gargaarsawwan Hedduun Taasisanaa Jiru


Sababaa Balaa Ibiddaa Los Aanjeles Mudateen Namoota Qehee Ofiirraa Buqqa’aniif Gargaarsawwan Hedduun Taasisanaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:12 0:00

Namoottan sababa balaa ibiddaa Aanjeles mudaateen qabeenyaa isaanii dhabaniif, warreen soda balaa ibiddaa kanaan qe’ee isaanii dhisanii baqatan kumaatamaan lakkaawamanuuf yaaliin gargaarsaa hedduun taasifamaa jira. Dhimma kana irrati gabaasaa Jeniyaa Daalootiin bakka namoottan kun keessa qubatanii jiraan wiirtuu walgahii Pasadinaa irraa VOAdhaaf ergame Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG