Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirna Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaarratti Firoonnii fi Waahiloonni Isaanii Maal Jedhan?


Sirna Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaarratti Firoonnii fi Waahiloonni Isaanii Maal Jedhan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:18 0:00

Sirni awwaalcha nama siyaasaa fi ogeessa diinagdee duranii obbo Bulchaa Dammaqsa Dilbata dabre mudde 28 bara 2017 addunyaa kana irraa du’aan boqotan sirni awwaalchaa isaanii Amajjii 4 bara 2017 Finfinnee bakka awwaalchaa Pheexiroos Phaawuloositti raawwatameera.

Sirni gaggeessaas, bakka maatii,hiriyoonni fi hooggaansi mootummaa federaalaa fi naannoo argamanitti godaanbaa Adawaatti taasisameeraaf. Tsahaay Daamxoo kanneen sirnicha irratti argaman keessaa dubbisuun gabaasaa qindeessite qabdi.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG