Prezidaantii Yunaaytid Isteetis ta'uun marsaa lammataaf kan filataman Doonaald Traamp torban dhufu Hirbuu seenuun gara masaraa Waayit Haawusitti deebi'uuf Jiru. Imaammata isaan hordoofanii fi dhimmoottan Afrikaa qaban ilaalchisee Jaallanneen Hayyuu Dinagdee kan ta'an Dr Mohammad Xaahiroo fi Haayyuu siyaasaa kan ta'an Dr. Alamaayyo Birruu haasoofsiiftee jirti.
Prezidaant Traamp Immaammata Hordofuuf Jiran Ilaalchisee Marii Gaggeeffame
- Jaallannee Gammadaa
Forum