Xurree ittiin seenan

Breaking News

 Lammiileen Somaaliyaa Waligaltee Israa’elii Fi Hamaas Gidduutti Taasifameef Deggeruun Hiriira Bahan

Lammiileen Somaaliyaa Waligaltee Israa’elii Fi Hamaas Gidduutti Taasifameef Deggeruun Hiriira Bahan
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:51 0:00

Lammiileen Somaaliyaa Waligaltee Israa’elii Fi Hamaas Gidduutti Taasifameef Deggeruun Hiriira Bahan

Hiriiraa degersaa namoottan heduun irratti hirmaataniifii jimaata har’aa magaala gudichaa biyya Somaaliyaa Moqaadishoo keessatti taasifame kana kan waaman hogantootaa amanta magaalicha keessa jirataniin akka ta’e beekameera.

Namoottan hiriiraa kannaf bahan dhaadannoo gara garaa kan qabatanii turan yemmuu ta’au, “ Gaazaafi Nageenyyaa” kan jedhuu keessatti akka hargamu beekameera.

Alaabaan Paalastaayin Waraqa irratti maxxanfamees mullachaa akka ture beekameera.

Jiiraata magaala Moqaadishoo kan ta’an Abdiimajiid Huseen “ nutii dargaggoonni Somaaliyaa magaala Moqaadishoo keessatti argamnu obboleewwan keenyaa Palastaayiin keessatti argamanuuf degersaa keenyaa ibsuu barbaanaa, injifanoo isaan argatanitis gammaneera” jechuun isaa gabaasameera.

Hiriirichii kan taasifamee sagantaa sagadaa guyyaa jimaataa boodaa akka ta’e beekameera.

Forum

XS
SM
MD
LG