Kan prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman Doonaald Tiraamp, kutaalee falmisiisoo ta’an mara keessatti injifannoo gonfachuu dhaan gareelee adda addaa biraa deggersa argachuun injifannoo gonfaaniiru. Himannaan seeraa fi qeeqi irratti dhiyaatus, Tiraamp dandammata dinagdee fi biyya isaaniitti kan boonan ilaalchisee ergaa isaan dabarsaa turan itti aantuu prezidaant Kaamlaa Harisiin akka injifatan isaan gargaaree jira. Gabaasa Dooraa Makuwaar Tujubetu dhiyeessa.
Tiraamp Attamiin Gara Injifannoo Kanaatti Dhufan?
- VOA
Forum