Donaald Traamp Prezidaantii Mootummaa Yunaayitid Isteets 47ffaa ta’uudhaan guyyaa har’aa Amajjii 20 bara 2025 hirbuu seenanii jiran.
Akkaatan Traamp aangootti deebi’anii dhufuu fi biyyaa walqoodinsii keessatti dabalaa jiru keessaatti Rippaabilikaanaota irraa irra-deebiin filatamuu seena-qabeessa dha. Haala siyaasaa Amerikaa keessatti deebi’anii dhufuu Tramp ilaalchisuun, Tina Trinih gabaasaa qopheessite Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Forum