Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seenaa Sirna Irbuu Seenuu Prezidaantii Biyyaa 


Seenaa Sirna Irbuu Seenuu Prezidaantii Biyyaa 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:43 0:00

As Yunaayited Isteets keessatti wagga afuritti al tokko kan raawwatu sirni seenuu yaadannoo guyyaa mootummaan ofiin of bulchuu itti mirkanaa’uu fi guyyaa aangoo karaa nagaatiin walti dabarsuun raaw'atamu, jechuun ibsu, Yunivarsitii Illinooyi Kibbaatti proofeesara barnoota seenaa ka tahan, Dr. Getaahun Bantii. Akuma kanaan sirni hirbuu prezidaantii Yunaayitid Isteetis 47ffaa kan Doonald Traamp guyyaa kaleessaa taasifame. Sirna hirbuu ilaalchisee dhimmoota seenaa keessatti mumul'atanis ibsan ii jiran, Proofeesar Getaahun. Bafiqaaduu tu dubbisee, gabaasaa kana qindeesse.

Forum

XS
SM
MD
LG