Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaa Mootummootaatti Ambaasaaddara Yunaayitid Isteetis Akka Tahan Kan Kaadhimaman Istefaanik Seeneetitti Gaaffiilee Ciccimootu Mudate


Tokkummaa Mootummootaatti Ambaasaaddara Yunaayitid Isteetis Akka Tahan Kan Kaadhimaman Istefaanik Seeneetitti Gaaffiilee Ciccimootu Mudate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:39 0:00

Tokkummaa Mootummootaatti Ambaasaaddara Yunaaytid Isteetis akka ta’aniif kan pirezidaant Tiraampiin kan kaadhimaman Eliis steefaanik Seenetii Yunaayitid Isteetis irraa Kibxata kaleessaa gaaffiin jajjabaan mudatee jira. Rippabilikaaniin mana maree sadarkaa olaanaa qaban kun ajandaa Tiraamp Amerikaan haadursitu yokaan “Ameerikaa Ferist” jedhu waajiira idil-addunyaa keessatti akka tarkaanfachiisan miseensota Mana Maree Yunaayitid Isteetisitti dubbatan. Dhimma kana irratti Oduu gabaastuun VOA Kaatireen Jiipsan gabaasaa qopheessite Jaallannee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG