Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajajawwan  Hooggana Ol’aanaa Prezidaant Tiraamp Mallatteessanii fi Haala Hojiirra Oolfama Isaanii


Ajajawwan  Hooggana Ol’aanaa Prezidaant Tiraamp Mallatteessanii fi Haala Hojiirra Oolfama Isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:38 0:00

Doonaald Tiraamp Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi 47’ffaa Irbuu seenuun hojii erga jalqabee har'i guyyaa sadaffaa isaa yommuu ta'u haasaawwan inni waltajjii sirna Irbuu seensaa taasisee fi seerota hooggansa ol’aanaa inni erga Waayit Haawusitti deebi'ee mallattessse ilaalchisee Mitikkuu Fiqaaduu Dr. Ittaanaa Habtee Yuunivarsiitii Maayaamiirraa dubbisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG