Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Gargaarsaa Maallaqaaf Iyyate

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Gargaarsaa Maallaqaaf Iyyate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00

e

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa tajaajiila gaggeessuuf kan oluu gargaarsa maallaqaaf iyyatee jira. Gama kaaniin namoota Infuleenzaan qabamanii hospiitaa cisaa jiraniif, seenanii sa'atii 24 keessatti qorannaan dhukkuuba BIRD FLU akka irratti gaggeeffmuuf waaltaan ittisaa fi to'annoo dhukkubootaa kan Yunaaytid Isteetis hubachisee jira. Dhimmoota lamaan kana irratti gabaasa ergamee Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG