Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Paalestiin Sababa Wal Waraansaa Hamaasii fi Israa’eel Gidduu Tureen Qe’ee Isaaniirraa Baqatanii Turan Gaazaatti Deebi’uu Jalqaban


Lammiileen Paalestiin Sababa Wal Waraansaa Hamaasii fi Israa’eel Gidduu Tureen Qe’ee Isaaniirraa Baqatanii Turan Gaazaatti Deebi’uu Jalqaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:32 0:00

Lammiileen Paalestiin Sababa Wal Waraansaa Hamaasii fi Israa’eel Gidduu Tureen Qe’ee Isaaniirraa Baqatanii Turan Gaazaatti Deebi’uu Jalqaban

Humnoonni Israa’eel keellaawwan sakatta’insaaa banuun namoonni akka seenan taasiisuu isaanii hordofee Wiixata har’aa namoonni kumaatamootaan lakkaa’aman imala miillaan gara magaalaa Gaazaatti seenaa jiru. Lammiileen Paaleestiin gara magaalaa Gaazaatti deebi’uu kan jalqabaniiran walii galteen waraana dhaabuu Israa’eelii fi Hamaas gidduutti taasiifame isa booji’amtoota Gaazaa keessatti Hamaasiin qabamanii jiran gadhiisuu,hidhamtoota Paaleestiin Israa’eel keessaa gadhiisuu fi gargaarsi namoomaa heddumminaan gara Gaazaa akka seenu taasifameenidha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG