Xurree ittiin seenan

Breaking News

Riphee-Loltoonni Rippaabilikii Dimookiraatawaa Koongoo Keessatti Mootummaa Waliin Wal Waraanaa Jiran Magaalaa Gomaa To’achuu Dubbatann

Riphee-Loltoonni Rippaabilikii Dimookiraatawaa Koongoo Keessatti Mootummaa Waliin Wal Waraanaa Jiran Magaalaa Gomaa To’achuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:42 0:00

Riphee-Loltoonni Rippaabilikii Dimookiraatawaa Koongoo Keessatti Mootummaa Waliin Wal Waraanaa Jiran Magaalaa Gomaa To’achuu Dubbatan

Gareen Riphee loltootaa warri “M23” jedhamuun beekaman kanneen mootummaa Rippaabulika dimookiraatawaa Koongoo aangoo irra jiru waliin wal waraanaa jiran Wiixata har’aa magaalaa guddittii biyyattii gara Bahaa kan taate Gomaa to’achuu isaanii ibsaniiru.

Dilbata kaleessaa wal waraansi guddaan taasiifamaa kan ture yommuu ta’u namoonni hedduun qe’ee isaanii gadhiisuun gara biyya ollaa Ruwaandaatti baqataniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG