Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgoomii Figicha Mana Keessaa Kazakistaan, Astanaatti Geggeessame Injifatan


Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgoomii Figicha Mana Keessaa Kazakistaan, Astanaatti Geggeessame Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:35 0:00

Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgoomii Figicha Mana Keessaa Kazakistaan, Astanaatti Geggeessame Injifatan

Dorgoomin Figicha mana keessaa sanbata Darbe Kazakistaan Astanatti jalqabameeraa. Atileetoonii Itoophiyaa fageenyaa 3000 irratti sadarkkaa 1ffaa hanga 3ffaa qabachuun xumuraniruu. Dorgomii kana kan mo’atee Maartaa Alemaayewu Rikkordii guddatoota umurii 18 gaddii fooyyessu dandeeseetti.

Primer ligii Ingiliziittin immoo Maanchister sitiin gara mo’anaatti deebi’uun kilaba cheelsii injjifachuun milkaa’eeraa. Arsenaal , Liveerpuul fi Maanchister Yunitid morkaroota isaani mo’ataniruu.

Eebbissaa Naggassaa gabaasa dabalataa qaba

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG