Angawaan waa’ee godaantoota seeraan ala seenan gara biyya dhaloota isaaniitti deebisuu ilaalchisee kan prezidaant Doonaald Tiraampiin muudaman Toom Hoomaan (TOM HOMAN) Dilbata kaleessaa akka jedhanitti, bulchiinsi jiru kun yeroo ammaa godaantota seeraa ala Amerikaa keessa jiran kanneen biyyattiif balaa nageenyaa ta’u jedhaman biyyaa ari’uu irratti qiyyaafatee jira. Gasbaasa guutuu Jalanetu dhiyeessa.
Motummaan Yunaayitid Isteetis Godaantota Hin Galmeeffamiin Jiranitti Fuuleffachuun Akka Nageenyaaf Yaaddoo Ta’eetti Ilaalame
- VOA
Forum