Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Dhimma Yunaayitis Isteetis Haaraan Waajirri Isaanii Nageenya Addunyaarraa Jajjabeessuu Kan Itti Fufan Tahuu Dubbatan


Ministarri Dhimma Yunaayitis Isteetis Haaraan Waajirri Isaanii Nageenya Addunyaarraa Jajjabeessuu Kan Itti Fufan Tahuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:24 0:00

Guyyaa jalqabaa hojii isaanii haaraa kanaatti, Ministirri Dhimma Alaa Yunaaytid Isteetis Maarkoo Ruubiyoon hojjettoota isaanii waliin wal arguun imaammata alaa isaaniif kan dursa itti kennan ibsaniiru. Kana malees, michoota naannoo kutaa Indoo-Paasifiik irraa dhufan kanneen hawwii waraanaa fi dinagdee Chaayinaa qolachuuf barbaadan waliinis wal arganiiru. Oduu gabastuun sagalee Amerikaa Veroonikaa Baalderaas Igiliyaasiyaas kan gabaaste Jaallanneetu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG