Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Tiraamp Gargaarsi Misoomaa Yunaayitid Isteetis Biyyoota Alaaf Kennitu Baatiilee Sadi’iif Akka Dhaabatu Ajaje

Bulchiinsi Tiraamp Gargaarsi Misoomaa Yunaayitid Isteetis Biyyoota Alaaf Kennitu Baatiilee Sadi’iif Akka Dhaabatu Ajaje
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:22 0:00

Bulchiinsi Doonaald Tiraamp tarkaanfiileen isaa, imaammata Ameerikaan Haadursu yokaan ‘Amerikaa Ferist’ jedhu waliin wal-simachuu isaa gamaaggamuuf jecha, gaargarsi misoomaa biyyootan alaaf taasiifamu ji’oota sadiif akka dhaabbatu ajaja dabarsee jira. Gareeleen gaarsaa fi kanneen mirga namoomaaf falman immoo tarkaanfiin kun Addunyaa irratti lubbuu namoota hedduu balaaf saaxila, jechuun akeekkachiisaa jiru. Gabaasa Anitaa Paawul Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiheessa dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG