Xurree ittiin seenan

Breaking News

Agarsiisa Faashinii Finfinneetitti Qophaa’erratti Dizaayinaroota Biyya Keessaa fi Alaa 18’tu Hojii Isaanii Agarsiise


Agarsiisa Faashinii Finfinneetitti Qophaa’erratti Dizaayinaroota Biyya Keessaa fi Alaa 18’tu Hojii Isaanii Agarsiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Dizaayineroota biyyootii Afriikaa fi kanneen Afriikaa dhaa alaa kan irratti hirmaatan agarsiisni faashinii Finfinnee keessatti geggeessamee jira. ‘Hab Oof Afrikaa Faashin Wiik’ maqaan jedhamu kan kennameef agarsiisni guyyoota shaniif ture kana irratti dizaayneroonni 18 hojii isaanii agarsiisaniiru, daawwattoota illee bashannansiisaniiru.

Agarsiisni faashinii kun dizaayinoota huccuuwwan haaraa beeksisuuf carraa uuma jedhu kanneen saganticha qopheessan. Dizaayinerooni immoo hidhata gabaa kan itti uumamuu fi waltajjii muuxannoo itti wal jijjiiramu tahuu dubbatan. Gabaasaa Gabremikaa’el Gabremedihin Sagalee Ameerikaaf erge, Tujubee tu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG