Waligaltee dhukaasa dhaabuu Israa’elii fi Hamas gidduutti taasifameen namoottan garee Hamaasiin butamanii fudhataman gadi lakkisamaa jiru.
Akkaataa waligaltee kanaatti guyyaa kaleesaa lammiileen Israa’el sadii akkasumas lammileen biyya Taayilaand hojiidhaaf jechaa garas deeman shan harka Hamaasiifi garee Hamaasii wajjin hidhata qabuu garee Islaamiik Jihaad jalaa gadii lakkisamanii Israa’ettti deebi’aniiru.
Akkataa waligaltichaatti marsaa jalqabaatti gareen Hamaas dubartoota fi namnoota dullooman kanneen 33 ta’an akka gadi lakkisu kan eegamu yoo tahu ta’u Israa’el gama isheetiin lammilee Paalastaayin dhibaan lakkaawaman mana hidhaatii akka baastu gabaasamee jira.
Forum