Xurree ittiin seenan

Breaking News

 Lammiileen Itiyoophiyaa Dhibbootaan Lakkaawaman Puuntilaanditti Qabamanii Gara Itiyoophiyaatti Deebifamuun Gabaasame


 Lammiileen Itiyoophiyaa Dhibbootaan Lakkaawaman Puuntilaanditti Qabamanii Gara Itiyoophiyaatti Deebifamuun Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:48 0:00

Angawoonni kutaa Puuntiland ka biyya Somaaliyaa lammiilee Itiyoophiyaa baqattoota seeraa-alaa dhibba shanii ol torban kana keessa magaalaa Bosaasoo keessatti to'annaa jala oolchuun gara Itiyoophiyaatti deebisanii jiran. Aangawoonni Puuntilaand tarkaanfii akkanaa fudhachuun naannicha keessatti garee shororkeessaa IS jedhamuun sodaa nageenyaa uumameen wal qabatee akka ta'es himameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG