Pirezidaant Doonaald Tiraamp karoora dinagdee Yuunaayitid Isteeteetis dabaluuf qabateen Guraandhala tokkorraa jalqabee meeshaalee Meeksiikoo fi Kaanaadaa dhaa biyyattii seenan irratti Taarifa yokaan dilaala dabala jedhamee eeggama. Meeshaalee warra kam irratti daballiin kun taasifama kan jedhu irratti addatti waan beekame jiraachu baatullee haayyoonni diinagdee, abbootiin qabeenyaa fi fayyadamtoonni tarkaanfichi dhiibbaa akkamii akka qabaatu beekuuf yaalaa jiru. Gabaasa Jaanii Fernaandeez Niwuuyoork irraa Sagalee Ameerikaaf erge Mitikkuu Fiqaaduu dhiheessa.
Meeshaalee Alarraaa Galfaman’rratti Taarifa Yokaan Dilaala Muruuf Imaammatni Prezidaant Tiraamp Lafa Kaa’atan Dhiibbaa Akkamii Qabaata?
- VOA
Forum