Angawoonni Yuunaayitid Isteetisi balaa Xiyyaaraa torbaan darbe Waashingitaniti uumamee lubbuu namootaa galaafate qorachuu akkuma itti fufanitti jiru. Seenaa Aviyeeshinii Yuunaayitid Isteetisi keessatti balaa lubbuu namoota hedduu galaafate kana ilaalchisee ragaawwan jalqabaa haala ol ka’insoota balallii Jeettii imaltootaa fi kan Heelikooptara humna waraanaan wal hin simanne tahuun dubbatamaa jira. Gabaasa Araash Arabasaadii Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Balaa Xayyaaronni Lama Torban Dabre Qilleensarratti Walitti-bu’uurraa Uumame Ilaalchisee Ragaaleen Wal Hin Simanne Akka Jiran Dubbatame
- VOA
Forum